Raadiyoonii Dirree Shaggar Sagantaa Afaan Oromoo
By Raadiyoonii Dirree Shaggar
Raadiyoonii Dirree Shaggar Sagantaa Afaan OromooDec 16, 2021
CIM'ISA MIIDIYAA AMAJJII 1 Bara 2014 (9 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA AMAJJII 1 Bara 2014 (9 JANUARY 2022)
Dhimmoota ijoo miidiyaalen torban kana gabaasaa turan filannee isinii dhiyeechinaa nu hordofaa!
NADHII AADAA MUDDE 30 Bara 2014 (8 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 30 Bara 2014 (8 JANUARY 2022)
Maalummaafi haala kabaja ayyaana Qiillee isinii dhiyeechinaa, hu hordofaa!
HAQAAF HANQII MUDDE 29 Bara 2014 (7 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa HAQAAF HANQII MUDDE 29 Bara 2014 (7 JANUARY 2022)
HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 28 Bara 2014 (6 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 28 Bara 2014 (6 JANUARY 2022)
Sagantaa Hubannoo Beektootaa har'aa keessa hasaawa hayyuu tokkoo isinii dhiyeechinaa nu hordofaa!
SEENAAFI SEEXAA MUDDE 27 Bara 2014 (5 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa SEENAAFI SEEXAA MUDDE 27 Bara 2014 (5 JANUARY 2022)
Seenaa Aanolee kutaa lammaffasaa isinii dhiyeechinaa, nu hordofaa!
Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 26 Bara 2014 (4 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 26 Bara 2014 (4 JANUARY 2022)
Marii mootummaan PP nan gaggeecha jedhurratti, yaada hayyuu tokkoo isin biraan geechaa, nuwaliin turaa!
Sagantaa LAFAAFI LAFEE MUDDE 25 Bara 2014 (3 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa LAFAAFI LAFEE MUDDE 25 Bara 2014 (3 JANUARY 2022)
Saamicha lafaa warri kaabaa lafa ummata gara kibba impaayerettiirratti godhanirratti Waa isinii dhiyeechinaa nu faana bu'aa!
CIM'ISA MIIDIYAA MUDDE 24 Bara 2014 (2 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA MUDDE 24 Bara 2014 (2 JANUARY 2022)
Dhimmoota ijoo miidiyaalee torban kanaa turan cuunfinee isinii dhiyeechinaa nu hordofaa!
NADHII AADAA MUDDE 23 Bara 2014 (1 JANUARY 2022)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 23 Bara 2014 (1 JANUARY 2022)
Miilanaatin waa'ee GAARAYYUUFI ADDOOYYEE isinii qabannee dhufneerraa nu waliin turaa!
HAQAAF HANQII MUDDE 22 Bara 2014 (31 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa HAQAAF HANQII MUDDE 22 Bara 2014 (31 DECEMBER 2021)
ODUU - MUDDE 21 Bara 2014 (30 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: ODUU - MUDDE 21 Bara 2014 (30 DECEMBER 2021)
ODUU HAR'AA KESSATTI :-
-Wallaggatti WBOn injifannoo galmeeche
-Sooddotti PPn midhaan q/Bulaa gubsiifte
-Koomishiinin Walmariisisa Marii Biyyaalessaa hundaa'e
SEENAAFI SEEXAA MUDDE 20 Bara 2014 (29 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa SEENAAFI SEEXAA MUDDE 20 Bara 2014 (29 DECEMBER 2021)
Seenaa harka muraafi harma muraa Aanolee isinii dhiyeechinaa, nu hordofaa!
ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 19 Bara 2014 (28 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 19 Bara 2014 (28 DECEMBER 2021)
Dhimma walnyaachaa jiraachuu qondaaltota Bilxiginnaarratti yaada namootaa isinii dhiyeechinaa; nu waliin turaa!
LAFAAFI LAFEE, MUDDE 18 Bara 2014 (27 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Sagantaa LAFAAFI LAFEE, MUDDE 18 Bara 2014 (27 DECEMBER 2021)
Sababa alagaan qabeenya Oromiyaa saamuf, deemuf isinii dhiyeechinaa nu caqasaa!
Oduu MUDDE 16 Bara 2014 (26 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar: Oduu MUDDE 16 Bara 2014 (26 DECEMBER 2021)
Taayye Tanda'aa iccitii bilxiginnaa baase, Tarkaanfii WBOn fudhate.
NADHII AADAA - ODAA fi FAAJJII SIRNA GADAA, MUDDE 16 Bara 2014 (25 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 16 Bara 2014 (25 DECEMBER 2021)
Maalummaa ODAA fi FAAJJII SIRNA GADAA qabannee dhufneerraa, nufaana bu'aa!
HAQAAFI HANQII MUDDE 15 Bara 2014 (24 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HAQAAFI HANQII MUDDE 15 Bara 2014 (24 DECEMBER 2021)
Dhumaatii jumlaa Wallagga magaalaa Harootti ta'erratti waa guduuffannee dhufnee jirraa, nu hordofaa!
HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 14 Bara 2014 (23 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 14 Bara 2014 (23 DECEMBER 2021)
Oromoon namatti quba qabuu dhiisee ofitti quba qabuu qaba.
SEENAAFI SEEXAA MUDDE 13 Bara 2014 (22 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa SEENAAFI SEEXAA MUDDE 13 Bara 2014 (22 DECEMBER 2021)
Seenaa Obbo AARGAAWU DINQAA kutaa lammaffaasaa qabannee dhufneerraa nu caqasaa!
ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 12 Bara 2014 (21 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 12 Bara 2014 (21 DECEMBER 2021)
Dhiittaa mirgoota namoomaa Itoophiyaa keechatti ta'aa jiruufi murtee UN tibba kanaa isinii dhiyeechinaa, itti dhiyaadha!
LAFAAFI LAFEE MUDDE 11 Bara 2014 (20 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa LAFAAFI LAFEE MUDDE 11 Bara 2014 (20 DECEMBER 2021)
Ijaarsa Industirii Addaa Gadaa jedhamurratti waan qabanne dhufne qabnaa; itti dhiyaadhaa!
CIM'ISA MIIDIYAA MUDDE 10 Bara 2014 (19 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA MUDDE 10 Bara 2014 (19 DECEMBER 2021)
Ajandaalee ijoo torban kana uwwisa miidiyaalee argatan isinii dhiyeechinaa, itti dhiyaadhaa!
NADHII AADAA MUDDE 9 Bara 2014 (18 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 9 Bara 2014 (18 DECEMBER 2021)
Ulaagaa Abbaan Gadaa tokko ittiin filatamurratti waan qabanne dhufne qabnaa, nu waliin turaa!
HAQAAF HANQII MUDDE 8 Bara 2014 (17 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HAQAAF HANQII MUDDE 8 Bara 2014 (17 DECEMBER 2021)
Ajjeechaa jumlaa Oromoo Karrayyuurrattii taasifame walqabatee waan qindeeffanne qabnaa; itti dhiyaadhaa!
HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 7 Bara 2014 (16 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA MUDDE 7 Bara 2014 (16 DECEMBER 2021)
Ajjeechaa jumlaa miseensoota Gadaa Michillee Oromoota Karraayyu irra raawwatame ilaalchise yaada namoota lama qabanne dhufneerra.
SEENAAF SEEXAA MUDDE 6 Bara 2014 (15 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa SEENAAF SEEXAA MUDDE 6 Bara 2014 (15 DECEMBER 2021)
Seenaa Obboo Aargaawu Dinqaa isinitti himnaa; nu caqasaa!
ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 5 Bara 2014 (14 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? MUDDE 5 Bara 2014 (14 DECEMBER 2021)
"Marii Biyyaalessaa" mootummaan Bilxiginnaa tibbana jechaa jirurratti yaada ummataa isiniin geenyaa; nu hordofaa!
LAFAAF LAFEE MUDDE 4 Bara 2014 (13 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa LAFAAF LAFEE MUDDE 4 Bara 2014 (13 DECEMBER 2021)
Saamicha lafaafi daangaa Oromiyaarratti adeemsifamaa jirurratti waan guduuffannee dhufnee qabna; nu duukaa bu'aa!
CIM'ISA MIIDIYAA MUDDE 3 Bara 2014 (12 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA MUDDE 3 Bara 2014 (12 DECEMBER 2021)
Dubbiilee ijoo torban kana miidiyaalen gabaasaa turan qabannee dhufneerraa; nu hordofaa!
NADHII AADAA MUDDE 2 Bara 2014 (11 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa NADHII AADAA MUDDE 2 Bara 2014 (11 DECEMBER 2021)
Waa'ee dhahaa baraa Oromoo /Oromoo calendar/ irratti waan guduuffannee dhufne qabnaa nu biraa hin dhabaminaa!
HAQAAF HANQII MUDDE 1 Bara 2014 (10 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HAQAAF HANQII MUDDE 1 Bara 2014 (10 DECEMBER 2021)
Oromoon haqasaa biraa osoo barbaaduu, kan harkaa qabuyyuu dhabuuf jiraachuusaarrattii, waa qabanneerraa, nu hordofaa!
HUBANNOO BEEKTOTAA SADAASA 30 Bara 2014 (9 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA SADAASA 30 Bara 2014 (9 DECEMBER 2021)
Yaada hayyoonni garaagaraa waan tibba kana biyya keechatti deemaa jirurratti kennan isinii qabannee dhufneerraa, nu waliin turaa!
SEENAAF SEEXAA SADAASA 29 Bara 2014 (8 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa SEENAAF SEEXAA SADAASA 29 Bara 2014 (8 DECEMBER 2021)
Seenaa Gooticha Oromoo Elemoo Qilxuu isinii dhiyeechinaa nu hordofaa!
ISIN MAAL JETTUU? SADAASA 28 Bara 2014 (7 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? SADAASA 28 Bara 2014 (7 DECEMBER 2021)
Ajjeechaa jumlaa Hayyoota Gadaa Karrayyuurratti raawwarerratti yaada ummataa qabannee dhufnee, nu hordofaa!
LAFAAF LAFEE SADAASA 27 Bara 2014 (6 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa LAFAAF LAFEE SADAASA 27 Bara 2014 (6 DECEMBER 2021)
Shira Oromiyaa bakka lamatti adda kutuuf mootummaan bilxiginnaafi nafxanyoonni hojjachaa jiranirratti, waan qabannee dhufne qabnaa, itti dhiyaadhaa!
CIM'ISA MIIDIYAA SADAASA 26 Bara 2014 (5 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA SADAASA 26 Bara 2014 (5 DECEMBER 2021)
Dhimmoota torban kana mata dureewwan oduu miidiyaalee turan qabannee dhufneerraa, itti dhiyaadhaa!
NADHII AADAA SADAASA 25 Bara 2014 (4 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa NADHII AADAA SADAASA 25 Bara 2014 (4 DECEMBER 2021)
Waa'ee Ayyaana Loonii (Gannii) isinii dhiyeechinaa, nu hordofaa!
HAQAAF HANQII SADAASA 24 Bara 2014 (3 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HAQAAF HANQII SADAASA 24 Bara 2014 (3 DECEMBER 2021)
Qabsoo Haga ammaattii gaggeeffame keechatti, haqa Oromoo jalaa dabsame waliin laallaa, itti dhiyaadhaa!
HUBANNOO BEEKTOTAA SADAASA 23 Bara 2014 (2 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA SADAASA 23 Bara 2014 (2 DECEMBER 2021)
Haasawa hayyuun Orommoo Jaarraa Abbaa Gadaa nafxanyaa ilaalchisee dubbatan isinii dhiyeechinaa. Nu hordofaa!
SEENAAF SEEXAA SADAASA 22 Bara 2014 (1 DECEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa SEENAAF SEEXAA SADAASA 22 Bara 2014 (1 DECEMBER 2021)
Seenaa Jeneraal Waaqoo Guutuu qabannee dhufneerraa; nu waliin turuun nu caqasaa!
ISIN MAAL JETTUU? SADAASA 19 Bara 2014 (30 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa ISIN MAAL JETTUU? SADAASA 19 Bara 2014 (30 NOVEMBER 2021)
Dhimma kaadiroonni bilxiginnaa sobaan ummanni Karrayyuu nu gargaaruf qophiidha , jedhanirratti waan qabanne qabnaa nu caqasaa!
LAFAAF LAFEE SADAASA 18 Bara 2014 (29 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa LAFAAF LAFEE SADAASA 18 Bara 2014 (29 NOVEMBER 2021)
Miidhaa OOMISHNI HABAABOO lafa Oromoorran gahaa jiru isin biraan geenyaa itti dhiyaadha!
CIM'ISA MIIDIYAA SADAASA 17 Bara 2014 (28 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA SADAASA 17 Bara 2014 (28 NOVEMBER 2021)
Dhimmoota ijoo torban kana matadureewwan miidiyaalee ta'anii turan qabannee dhufneerraa; nu waliin turaa!
NADHII AADAA SADAASA 18 Bara 2014 (27 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa NADHII AADAA SADAASA 18 Bara 2014 (27 NOVEMBER 2021)
Waa'ee safuu Oromoorratti waa guduuffannee dhufneerraa; itti dhiyaadhaa!
HAQAAF HANQII SADAASA 17 Bara 2014 (26 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HAQAAF HANQII SADAASA 17 Bara 2014 (26 NOVEMBER 2021)
Yaalii humnoonni mootummaa mana hidhaa Qaallittiitti hidhamtoota siyaasaa Oromoorratti miidhaa geessisuuf taasisan isinii dhiyeechinaa. Nu caqasaa!
HUBANNOO BEEKTOTAA SADAASA 16 Bara 2014 (25 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa HUBANNOO BEEKTOTAA SADAASA 16 Bara 2014 (25 NOVEMBER 2021)
Haasawa Konoleel Gammachuu Ayyaanaa, haala siyaasaa Itoophiyaa keechatti deemaa turerratti godhanii turan isinii dhiyeechinaa; nu caqasaa!
SEENAAF SEEXAA SADAASA 15 Bara 2014 (24 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa SEENAAF SEEXAA SADAASA 15 Bara 2014 (24 NOVEMBER 2021)
Seenaa Konoleel Alamuu Qixxeessaa isinii dhiheechinsa nu hordofaa!
ISIIN MAAL JETTUU? SADAASA 14 Bara 2014 (23 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa ISIIN MAAL JETTUU? SADAASA 14 Bara 2014 (23 NOVEMBER 2021)
Haala siyaasaa biyyatti keechatti deemaa jirurratti jaarmiyaalee siyaasaa Oromoorraa maaltu akka eegamurratti yaada keechan qabannee dhufneerraa; nu waliin turaa!
LAFAAF LAFEE SADAASA 13 Bara 2014 (22 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa LAFAAF LAFEE SADAASA 13 Bara 2014 (22 NOVEMBER 2021)
Saamicha lafaa naannawwa Shaggaritti taasifamaa turerratti, eenyutu adda durummaan saamaa akka turerratti waan qabanne dhufne qabnaa; nu hordofaa!
CIM'ISA MIIDIYAA SADAASA 12 Bara 2014 (21 NOVEMBER 2021)
Raadiyoonii Dirree Shaggar Oduu fi Sagantaa CIM'ISA MIIDIYAA SADAASA 12 Bara 2014 (21 NOVEMBER 2021)
Dhimmoota ijoo miidiyaalen torban kana gabaasa turan isinii qabannee dhufneerraa; nu caqasaa!